Psalms 114:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa worri Israeli lafa Misiri keesaa bahe, ka d'alooti Yakobo lafa nyaapa suni keesaa godaane,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Israa'el hennaa Misiriin keessaa bayee deemu; hennaa manni Yaaqoobii banii afaan isaatiin addaa irraa fooyamee yoo bayu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa Israa'el, sanyiin Yaaqoobii, gosa afaan ormaa dubbattu, biyya Gibxi'ii keessaa baate,