Psalms 115:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo nu nami jiru ammaafi hegerile AABBO Waaqa faarsina. AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ammaa jalqabee haga bara baraa; ka Rabbiin galatoonfatu nu'u; Rabbiin galanni haa gawu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Nuuti worri jirru ammoo, ammaa jalqannee haga bara baraa, Mootii Waan Maraa hin leellifanna; Mootii Waan Maraa leellisa'a.