Psalms 115:3 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waaqi keenna gubba jira; inni waan fed'u tolcha.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waandhi keenna samii jira; Inni waan fedhe godha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waaqi keenna ol-gubbaa jira; waan isa gammachiisu mara godha.