Psalms 116:1 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini AABBO Waaqa jaalad'a, waan inni na ch'aqase, kad'acha tiyya naa d'agayeefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Laagaa kadhaa kiyyaa waan dhagayeef; Rabbiin jaaladhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa qoonqoo tiyyaa fi iyyata kiyya waan dhage'eef, ani isa jaaladha.