Psalms 116:10 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaafa anini, gaargali ya na qabate nami d'ugaa lafa keesa injiru jed'ele, anini isa d'ugefachu illakimne.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa «Guddisee rakkadhe» jedheyyuu amantii kiyya eegeera.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani yennaa, «Ani guddoo rakkadheera» jedheeyyuu, dhugeeffannaa tiyya hin lakkinne.