Psalms 116:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Wonti anini maro dansuma isatifi AABBO Waaqaa baasuu male maani?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan inni jasaa naa oole maraafuu Rabbii maal deebisa?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan dansaa inni naaf kenne maraaf, ani Mootii Waan Maraatiif maan deebisee dande'a?