Psalms 116:13 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini daad'i AABBO Waaqaa baase, Aabbo, atini ya na baafte, galati kanke imbadiini jed'aani.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Mijuu fayyinnaa ol kaasa; maqaa Rabbiillee hin waama.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan na fayyiseef, ani isa hin galateeffadha; kennansa daadhii woyni'ii isaaf hin dhikeessa.