Psalms 116:18 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Mana kanke qulqullo Yerusalemu keesa gumi tante ch'ufa durati anini waan sii baasa jed'e kakhad'e ch'ufa sii baasa. AABBO Waaqaa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Banii maraa afo'otti; woreega kiyya Rabbii dhiyeessa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani fuula kolbaa isaa mara duratti, waan Mootii Waan Maraatiif waadaa gale hin muummessa;