Psalms 116:19 — Compare Translations

2 translations compared side by side

Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yerusaalem! kana si jiddu'utti; bayima mana woyyuu Rabbii afo'otti raawwadha. Halee luyaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanalle badhinna Galma Mootii Waan Maraa duraa keessatti, Yerusaalem wodhakka'atti hin godha. Mootii Waan Maraa leellisa'a.