Psalms 116:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Inni hojja anini isaa yaamad'u ch'ufa na ch'aqasa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni gurra ufii gara kiyya waan qabeef; bara jiruu kiyyaa maraa Isa waamadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni waan naa dhage'uuf, ani bara jiruu tiyyaa mara isa waammadha.