Psalms 116:3 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Gaargali duaa na marse sodaani awaala na qabate, jennaani mudame lubbuuni na d'ufte.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Siiboon du'aa na qabe; muddamsuun ibidda asaabaa na qabate; hucuucamaa fi gaddi na mooyate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Wodaroon du'aa natti maratte; rakkoon farri addee worri du'e jiruu na qabatte; farraa fi gaddaa keessa seene.