Psalms 116:4 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani anini AABBO Waaqa yaamad'e, Ee AABBO si kad'ad'a na baasi jed'eeni!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani maqaa Rabbii waame; «Yaa Rabbi; akka lubbuu tiyya oolchitu si kadhadha» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ani, «Ee Mootii Waan Maraa, ani si daadimadhaa na baasi» jedhee maqaa Mootii Waan Maraa waammadhe.