Psalms 116:7 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee lubbu tiyya, AABBO Waaqi ya na eebise, garaa jabaad'i.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Lubbuu tiyya hara baafadhu; Rabbi waan mishaa waan sii godheeruuf.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa waan dansaa waan si'iif godheef, ee lubbuu tiyya, gara foora keetii deebi'i.