Psalms 116:9 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba akanaani anini lafa nama jiru keesa AABBO Waaqa jala deeme.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Anillee ardii jiraattotaa irratti; Rabbiin afoo jiraadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre ani Mootii Waan Maraa dura, lafa worra jiraata'aa keessa ideema.