Psalms 117:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee lafa ch'ufa, AABBO Waaqa faarsa! Ee gosa ch'ufa, isaa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin worri yihuudota hin taane maruu Rabbiin galatoonfadhaa'a! baniinillee Rabbiin kabajjaa'a!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa martinuu Mootii Waan Maraa leellisa'a; kolbaan martinuu isa saada'a.