Psalms 117:2 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jaalalti inni nu jaalate jabdu, d'ugaani isaaleeni haga hegeri teeti. AABBO Waaqa faarsa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Jaalalli inni nuuf qabu guddaa waan ta'eef; amanamummaan Rabbiillee jabaatee jiraata. Halee luyaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jaalalli isaa ka bara baraa ka inni nu'uuf qabu guddaa waan te'eef, addatamummaan isaa haga bara baraa ti. Mootii Waan Maraa leellisa'a.