Psalms 118:1 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqaa galata deebisa; inni dansaa, jaalalti isaaleeni haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi waan arjaa ta'eef isa galatoonfadhaa'a; jaalalli isaallee baraa haga bara baraa jabaattee jiraatti.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dansaa waan te'eef, jaalala isaa ka bara baraatiif Mootii Waan Maraa galateessa'a.