Psalms 118:10 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nyaapi hedduuni ya na marse; anini ammo maqa AABBO Waaqatini ch'ufa dabsad'a!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Baniin maruu na marsan; ani ammo maqaa Rabbiitiin isaan mooyadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gosi biyya adda addaa marti na marsane; ani ammoo maqaa Mootii Waan Maraatiin isaan balleesse.