Psalms 118:12 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri aka tiite kinniisa nati tuuche, ammo worri aka hot'ee yoosu gubata, anini jabeenna Waaqatini worra hobaase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma tuuta kinniisaatitti na marsan; ammo akkuma qoree gubatuutitti dhuman; dhugama maqaa Rabbiitiin isaan mooyadhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan akka kinniisaa na marsane; ammoo akka ibidda qore'ee dhaamane; ani maqaa Mootii Waan Maraatiin isaan balleesse.