Psalms 118:13 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka male na had'ani na dabsachu gahani, jennaani AABBO Waaqi d'ufe na qarqaare.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Darbamee kufu'uuf tittime; Rabbi ammo na gargaare.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani gara duubaa dhiibamee, jigiisa geye; Mootiin Waan Maraa ammoo na qarqaare.