Psalms 118:14 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqi na jabeesaa irre naa kenna inni ya na baase.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi jajjabeennaa fi faaruu kiyya; fayyisaa naa ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa jabeenna kiyyaa fi faaruu tiyya; inni fayyinna kiyya te'eera.