Psalms 118:15 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Qonqo geerarsa ta waaro gumi Waaqa keesaa d'uftu d'agaya; jabeenna AABBO Waaqa guddati waan suni tolche!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Daasee balchootaa keessaa laagaa ililta'aatii fi ka wocaa; ka akkana jedhutu dhagayama, «Harki mirgaa ka Rabbii hujii jabaa hujeera.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Qoonqoon gammadaatii fi injifanno'oo, dunkaanii worra balchootaa keessaa, «Harki Mootii Waan Maraa middichi hujii jadduu huje;