Psalms 118:16 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeenni isaa ya nu dabsachiise jabeenni inni woraana keesati garsiise!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Harki mirgaa ka Rabbii ol ka'e; harki Rabbii ka mirgaa hujii jabaa hojjate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
harki Mootii Waan Maraa middichi ol ka'e; harki Mootii Waan Maraa middichi hujii jadduu huje» jettu dhage'ante.