Psalms 118:19 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Balbala Mana Waaqaa naa bana; anini seene, galata AABBO Waaqaa deebisa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Balballan balchumma'aa naa banaa'a; achiin seenee Rabbiin galatoonfadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani ol seenee Mootii Waan Maraa galateeffadhuuf, balbala balchumma'aa naaf bana'a.