Psalms 118:21 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, waan atini na jalaa owaate na baafteefi anini si faarsa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhageettee waan naa deebifteef; fayyisaallee waan naa taateef si galatoonfadha.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ati waan naa dhageetteef, fayyinna kiyyalle waan naaf teeteef si galatteeffadha.