Psalms 118:22 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
D'akhaani ijaartuuni tufate didde ya d'akha ch'ufa ira jaba tahe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhagaan worri mana ijaaru tuffate, dhagaa dhagaa maraa caalaa barbaadamu ta'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Dhakaan worri mana ijaaru tuffate, dhakaa dhakaa mara caalaa barbaadamu te'e;