Psalms 118:26 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami maqa AABBO Waaqatini d'ufu ha eeba argatu! Mana Waaqaa keesale nu isani eebimna.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka maqaa Rabbiitiin dhufu eebbifama'a! mana Rabbii keessaa isin eebbifne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maqaa Mootii Waan Maraatiin ka dhufu ka eebbifame; nuuti Galma Waaqaa keessaa isin eebbinna.