Psalms 118:27 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBOONI Waaqa; inni haguma duriti nuu dansa. Qooti guura, jila iti keeyad'a, waan sorio irati baasanini mara.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi Waaqa; ifa ufii nu irratti ibse. yaanee haga hulee ciincaa ka gaaffanii dhandhutti; dameewwan lalisaa qabannee; woliin bobbaanee worra ayyaanteffatuun wolitti haa eda'amnuu.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa Waaqa; inni ifa nu'uuf isseera. Dameelee bisilee qabannee, jila bobbaanee, haga gaafota addee ciinca'aa dhandhuu ti.