Psalms 118:29 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
AABBO Waaqaa galata deebisa, inni dansaa, jaalalti isaa haga jirtu ind'umatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Arjaa waan ta'eef Rabbiin galatoonfadhaa'a; jaalalli isaa baraa haga bara baraa jabaatee jiraata.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni dansaa waan te'eef, jaalala isaa ka bara baraatiif Mootii Waan Maraa galateessa'a.