Psalms 118:6 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eegi AABBO Waaqi gama kiyya jiraate, anini woma insodaad'u, nami maani na tolchuu dandaa?
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi na woliin jira; hin sodaadhu; namni maal na godhuu danda'a?
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa na woliin jira; ani hin sodaadhu; nami maan na godhuu dande'a?