Psalms 118:7 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami na qarqaaru AABBO Waaqa tanaafi anini aka nyaapa kiyya dabsatani arga.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Rabbi na gargaaru'uuf na woliin jira; kufaatii diintota kiyyaallee hin arga.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootiin Waan Maraa na qarqaariisaaf na woliin jira; ani jinnana diinota kiyyaa hin dhagga.