Psalms 119:101 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan hamtu ch'ufa ya ira ufi d'owe, aka akasiini dubbi tante guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka dubbii kee eegu karaa hammeennaa maraa irraa luka tiyya eege.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani jecha keeti eegatiisaaf, miila kiyya karaa hamaa mara irraa eegadheera.