Psalms 119:108 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan galata ka anini sii kennu nara fud'ad'i, ee AABBO Waaqa seera kankele na barsiisi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! galata afaan kiyyaa ka fedha kiyyaan sii dhiyeessu na irraa fudhadhu; ciincaa kiyya fudhadhu; seera keellee na barsiisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, leellisa fedhii tiyyaan sii dhikeessu fudhadhu; seera keetille na barsiisi.