Psalms 119:111 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini aada tante haga jiru jireenna injabeesa, isiini waan garaa kiyya gammachiisaati.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seerri kee dhaala kiyya ka baraa haga bara baraati; garaan kiyya kanaan gammada.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Seerri keeti haga bara baraa dhaala kiyya waan te'eef, gammadi gadhaa kiyyaa isa.