Psalms 119:115 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani worri ch'ubbuu, na biraa fagaad'a; anini seera Waaqa kiyya guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin cubbamtoonni na irraa fagaadhaa'a; ani ajaja Rabbii kiyyaa eega.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani ajaja Waaqa kiyyaa eegadhu, isin worri waan hantuu hujjanu na irraa fagaadha'a.