Psalms 119:117 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jabeesi na qabi gaargala keesa na baasi, duuba anini aada tante hojja ch'ufa jabeese guuta.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Na gargaari ani hin fayyaa; hennaa maraa seera kee hin raawwadhaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani bayu ati na qabi; ani yennaa mara seera keetitti xiyyeeffadha.