Psalms 119:118 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Atini nama seera kanke guutuu didu indida; mali worraa ka sobaa woma keesa injiru.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dharraan isaanii waan dharaa waan ta'eef worra seera kee irraa fagaatan maraa buqqifte.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Malli soba isaanii bu'aa waan hin qanneef, ati worra seera keeti irraa goru mara hin fugussita.