Psalms 119:121 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini waan d'ugaa qajeeltu yayu tolche; harka nyaapa kiyyati na illakisiini!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan haqaa fi balchummaa qabu hojjadheera; worra na rakkisanitti dabarsitee na hin kennin!
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani waan dhuga'aatii fi haqaa hujeera; ati worra na cunqursuuf na hin lakkisin.