Psalms 119:122 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aka, ana, hojattu tante, qarqaartu kakhad'i; nama kiyyibaa na dabsu d'owi!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ana garbicha keetii waan mishaa godhi; worri uf jajan na hin dhiibin; akka na dhiiban isaanii hin eeyyamin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani tajaajilaan keeti waan dansaa akka dhaggadhu wobii naa te'i; worri koorameeyyiin akka na cunqursu hin lakkisin.