Psalms 119:127 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini seera kanke worqi worqi ch'ufa ira dansale ira jaalad'a.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu waan worqi'ii fi gatii gudda'aa caalaa ajaja kee jaaladhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani worqii caalaa, worqii qullittii caalaa, ajaja keeti jaaladha.