Psalms 119:128 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini barsiisa tante ch'ufa gula deeme kara hama ch'ufa jibba.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaafuu gara ajaja keetii maraa deeme; karaa hammeennaa maraa hin jibbe. Fee
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf ajaji keeti martinuu, dhugaa akka te'e hin fudhadha; karaa dharaa mara jibba.