Psalms 119:134 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Harka nama na dabsu keesaa na baasi, aka anini seera kanke guutu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Dhara namaa jalaa na baasi; seera keellee hin eegaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akka ani ajaja keeti eegadhu, cunqursaa namaa jalaa na wodi.