Psalms 119:145 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ee AABBO Waaqa, anini garaa tokooni si yaamad'e; na jalaa owaad'i duuba anini aada tante guuta!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yaa Rabbi! garaa kiyya guutu'uun iyyee naa dhagayi; seera kee hin barbaadaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ee Mootii Waan Maraa, ani gadhaa tokkochaan gara keeti iyya. Ati deebii naaf kenni; anille seera keeti hin eegadha.