Psalms 119:150 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri hamamani na gaargalchu, ka Seera kanke inguunne, ya nati d'iaate.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri dharaan na ari'an natti dhiyaatan; isaan worra seera kee irraa fagaate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri mala hamaa baafatanee na miidhanu, natti dhikaataneeran; ammoo seera keeti irraa fagaataneeran.