Psalms 119:152 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aada tante, ta atini haga jiru jireenna jabeesite badu d'owarte, anini duri barad'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seera kee beeku'uun akka isaan baraa haga bara baraa dhaabatan akka ati goote bara fago'oon dura hubadheera. Rees;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Bara baraan akka jiraatuuf, akka ati seera keeti baache, yennaa dheertu'uun dura seera keeti irraa baradheera.