Psalms 119:155 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ch'ubbichi seera kanke inguutu tanaafi baafama inargatu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan seera kee irraa hin barbaanneef; fayyinni hammeeyyii irraa fago'o;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri hamaan seera keeti waan hin barbaanneef, fayyinni isaan irraa fagaateera.