Psalms 119:18 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ila na bani aka anini waan mama ka Seera kanke keesa jira argu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ija tiyya naa bani; seera kee keessaa maalalee argaa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan maade'ee ta seera keeti keessaa akka dhaggu, ila tiyya bani.