Psalms 119:22 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arabaafi tufii worraa dura na baasi, maro anini aada tante guuteefi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ragaa kee waan barbaaduuf arrabaa fi waan salphinnaa na irraa fageessi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani ajaja keeti waan eegadheef, ati murgo'oo fi tuffii isaanii na irraa fageessi.