Psalms 119:37 — Compare Translations
3 translations compared side by side
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan woma keesa injirre gula deemu na d'owi; akuma atini kakhate na jireesi.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akka waan duwwaa hin laalle ija tiyya dhooggi; karaa kee irratti deebis; jiraataa na taasisi.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ila tiyya waan bu'aa hin qanne irraa deebisi; karaa keeti irratti jiruu naa kenni.