Psalms 119:40 — Compare Translations

3 translations compared side by side

Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Anini seera kanke guutu fed'a, d'ugaa tanteetiini jireenna haraa naa kenni.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani seera kee eeguu yaada; ati Waaqa dhuga'aa waan taateef balchummaa keetiin jireenna kiyya naa haarawoomsi. Waawu;
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Kunoo, ani ajaja keeti eegatiisaaf dharra'a; balchummaa teetiin jiruu naa kenni.